APPII INTARNEETA MAJJANA DALAYSISU
akkuma beytan interneetni unlimted tahe biya saudi arabia keesatti gatiin isaa guddaadhaan hidhama biratti ammoo intarneeta gatii laafaatiin hidhatan haala mijjeesanii turan kaanmbaniin mobaily faa garu soshal meediya qofa hojjata waan taheef wanta intarneeta guutuu isaa akka hojattu godhu keessaa isa appi kana jechuudha.


KOODII APII KEESSATTI FAYYADAMAN
APIIN KUNI AKKUMA BEYTAN KOODII QABA WAAN TAHEEF KOODIIN ISA GUBBATTI GALCHITAN (( USAF22024 )) PASSWORDIIN ISAA AMMOO ((1234)).
SIIM KAARDII KAMIRRATTI HOJATTA ?
akkuma beyta apiileen akkana kuni sim kaardii filata waan taheef inni appiin kuni sim kaardii mobily irratti hojjatta kan riyaala 60 hidhatan akkata itti hidhatan ammoo vide jala jiru irratti arrgattan.